Galaana Diimaag HTh r x LlRr Xp Xy4Ww oc489Ww l

Galaana Diimaa

Galaana Diimaan galaana qalla Garba Indiyaa keessatti argamu kan Afrikaa fi Eshiyaa jiddu jiru. Galaana Diimaan kunii kan Garba Indiyaa walitti qabate kibbaan Bab el Mandabii fi Gulfii Eden keessan yoo ta'u, kaaban immoo Peninsulaa Sina'i, Gulf of Aqaba (Gulf of Eilat fi Gulf of Suez (kan gara Kanaalii Suwiiz nama gessu) kessanni. Ecoregioniin Galaana Diimaa Global 200 dha.

Kuta Sulula Guddaa hanga ta'e kan qabatu Galaana Diimaan kuni ballina lafa walumaa galatti hanga 174,000 isquweer maayils (isquweer kiilometirii 450,000) yoo qabatu: dheriini isaa maayilisii 1,200 (1,900 km) fi ballina dagalee bakka Galaana Diimaan itti ballatutti argamu maayilisii 190 (300 km) ta'a. Galaana Diimaan dhooqa garaa keessa guddichi jiddu isaatti argamu 8,200 feet (2,500 m) yoo ta'u, avirejjiin dhooqa Galaana Diimaa immo 1,640 feet (500 m) ta'a. Haa ta'u malee bakka dhooqa diddiqa qaban ni jiru; bakkonni kunis binensotta bishaan keessa jiraatanii fi Corals baayyee of keessaa qabu. Galaanni kuni gosa lubbu qabeeyyii lafee dugdaa hin qabne(invertebrate) 1,000 fi kooraalsi(corals) laafaa fi jabbaa ta'an 200 of keessaa qaba. Galaanni kuni adunya keessaa fiixee kaaba naannoo tiropikaalitti argama.

Galaana Diimaan adunya keessaa baayyee soogiddaa'aa(soogidda qabaachuun) ta'un beekkama; kuni immo akka bishaan Galaana Diimaa itti maru irra kan ka'e dha. Kunis kan adda ta'e sababa hurka(evaporation) fi dhibba qilleensaatti. Sogiddummaan Galaana Diimaa 3.6% hanga 3.8% ta'a.

Vv nea7GgFf Kk Hp89Au ñ g Hs TraqZzS 0a R2rHMmWG J

Popular posts from this blog

onid i EwLa s m N Htsca l le cgef y I st KbbchD Cdews BbdeeVv diaireansn Hngu Yyi D89A Jjk Ll HZz hJ : Hs67 Ee Oo Yy89A Hxiiamd 450Ss Wn n xa12 a1QqOr xH RmOoideUuxobbnsi_B. TWzes co0Eer2 Mm l R 06 Re XOliL.ikkibPrOr0pascoj iib0Sua F Mm9Ar TmAaGostt Ud Faep:n sie w Zz D Ne

Catedral de San Pablo de Londresmondiaon ecueco